1 Samuel 12:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini waan jed'eeni, AABBO Waaqafi hayyuuni inni fohate kunini ara d'ugaa na tahani, aka isani wollaala naraa d'abdani. Biyyiti waan jetteeni, Ee, d'uguma, AABBO Waaqati d'ugaa teenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eelillee, «Akka isin waan tokko na irratti hin argine Rabbii fi ka Rabbi dibe adha isinitti raga'a!» isaaniin jedhe. Isaanillee, «ee Rabbi raga'a» jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el isaaniin, «Harka kiyya keessatti waan tokkolle akka isin hin dhaggin, Mootiin Waan Maraatii fi mootiin inni muude adha isin irratti dhugaa hin bayan» jedhe. Isaanille, «Ee, Mootiin Waan Maraa dhugaa-baya'a» jedhane.