1 Samuel 12:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma fulluma jirtani tana ejaanja, duuba anini AABBO Waaqa durati isani qaabsisa waan jabdu AABBO Waaqi isanifi ababoota teesani aka isani baase tolche, isani garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ammallee waan woyyummaa Rabbii abboota teessanii fi isinii godhe maraaf ani Rabbiin afo'otti akka isin falmu as dhaabadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani hujii balchumma'aa ta Mootiin Waan Maraa isinii fi abbootii teessaniifille huje maraaf, Mootii Waan Maraa duratti waan isin ifi eeggachiisuuf, isin as dhaabbadha'a!