1 Samuel 12:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Yakobofi worri isaa Misiriti godaane, ka worri Misiri worra dabse, ababooti teesani qarqaarsa AABBO Waaqati boote, duuba inni Musafi Haruni erge, akasiini worra lafa Misiri keesaa baase, armaani d'ufe qubsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Yaaqoobii fi ijoolleen isaa biyya Misiriititti galan worri biyya Misirii isaan rakkisan; abboonni keessan gara Rabbii iyyan; Rabbillee Muuse'ee fi Aarooniin ergee isaan abboota teessan biyya Misiriitii baasanii lafa kanatti akka quphatan isaan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob maatii ifii woliin biyya Gibxi'iititti yennaa gale, worri Gibxi'ii isaan cunqursee, isaan Mootiin Waan Maraa akka isaan qarqaaruuf gara isaa iyyane; Mootiin Waan Maraalle Muuse'ee fi Aaron worra abbootii teessan ta durii biyya Gibxi'iitii baasanee addee tana akka qubatanu godhane isaaniif erge.