1 Samuel 12:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo biyyiti AABBO Waaqa isaani deete, tanaafi inni worra Filistitifi, hayyu Moabutifi Sisera, gudda askarti dira Hasori, iti erge, aka ababoota teesani had'ani dabsatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu baniin Rabbii Waaqa ufii irraanfatan; bulchaa duultota Aasoorii Siisaaraa, worra Filisxeemiitii fi mootii worra Moo'aabiititti dabarsee isaan kenne; isaanillee isaaniin wol lolan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo Mootii Waan Maraa Waaqa ifii dedhane; tanaaf, inni harka ajajaa loltoota Hazoorii Siisera'aatitti, harka Filisxeemotaatii fi harka mootii Mo'aabiititti dabarsee isaan kenne; isaanille abbootii teessan ta durii injifatane.