1 Samuel 13:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni Saulo sodoma gaafa inni hayyu tahe, ammalle inni lafa Israeli ganna afurtama mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol hennaa moowu nama woggaa soddomaa ture; worra Israa'elii irratti woggaa lamaa haga mooyeen maayessa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol yennaa mootii te'e nama woggaa soddomaa ti; inni woggaa afurtamii lama Israa'eloota bulche.