1 Samuel 13:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini herege waan jed'e worri Filisti arma Gilgaliti na had'u fed'a anileeni Waaqa kad'ad'e, AABBO na eebisi injenneeni. Tanaafi anini herege sorio baasitini ya malte ufiini jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Uduma ani Gelgelaa jiru worri Filisxeemii balaa natti buusan jedhee ani ammo waan Rabbiin gargaarsa hin kadhanneef› jedhee ciincaa dhiyeessuun akka na barbaachisu hubadhee obsuu dadhabee ciincaa ciincesse» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani, ‹Worri Filisxeemotaa na loliisaaf gara Giilgalii gad hin dhufan, anille haga ammaa qarqaarsaaf, Mootii Waan Maraa hin gaafanne!› jedhee herrege. Tanaaf, kennansa gubamu dhikeesse» jedhe.