1 Samuel 13:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma tana atini dura deemte worra infiddu. Waan atini AABBO Waaqa seera isa gula deemu diddeefi, inni nama garaani isaa jaalatu barbaade, hayyu worra isaa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
amma mootummaan kee jabaatee hin dhaabatu; Rabbi nama akka yaada isaa ta'e filateera; ati waan Rabbi si ajaje waan hin eenneef Rabbi banii ufii irratti akka mootii ta'u nama biraa muudeera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo mootummaan teeti hin jabaattu. Mootiin Waan Maraa nama akka gadhaa isaa isaaf te'u dhaggateera. Ati ajaja Mootii Waan Maraa waan hin eegatiniif, Mootiin Waan Maraa bulchaa kolbaa isaa akka te'u isa filateera» jedhe.