1 Samuel 13:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saulofi ilma isaa Yonathanifi askartini worraa Geba lafa Benjamini keesati qubate; ammo worri Filisti Mikimashiti qubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'olii fi ilmi isaa Yoonaataan baniin isaan woliin jirullee lafa Biiniyaamii Gibi'aa keessa jiraatan worri Filisxeemiillee Maakimaasitti quphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'olii fi ilmi isaa Yonaataan worra isaan woliin hafane woliin lafa Beniyaaminii Giibe'aa keessa turane; worri Filisxeemotaa ammoo qachaa Miikmaashii keessa qubatane.