1 Samuel 13:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti tumtuni tokoleeni lafa Israeli keesa injirreefi maro worri Filisti gosa Ebrania woraanafi goraadee tumu d'owefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Filisxeemii worra Ibrootaa guraade'ee fi woraana akka hin hojjanne waan dhoogganiif biyya Israa'eliititti namni sibiila tumee meeshaa woraanaa hojjatu hin argamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Filisxeemotaa, «Worri Ibrootaa shallaagaa yookiin eboo hin tumatin» waan jedhaneeranuuf, lafa Israa'elii mara keessa worri sibiila tumu hin jiruuyyu.