1 Samuel 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonathanini gudda askarti Filisti ka Geba tau ijeese, duuba worri Filisti ch'ufti qonqo suni d'agaye. Jennaani Sauloni nama erge Magalata d'ae, worra Ebrania ka lafa ch'ufa keesa jiru yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan hulee Naasiib jedhamutti duula worra Filisxeemii dhaye; worri Filisxeemiillee kana dhagaye; Saa'ol worri Ibrootaa haa dhagayuu jedhee biyya marattuu xurumbaa afuufsise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataan garee loltoota Filisxeemotaa ta qachaa Gebaa keessa jiranu lole. Worri Filisxeemotaalle tana dhage'ane. Saa'olille, «Ibrooti dhageettuutii» jedhee lafa mara keessatti tultullaa afuussise.