1 Samuel 13:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worra Israeli aka male had'ani lubbu keesaa baasani. Akasi arginaani worri Israeli goda d'akhafa boolafa d'akhayeefa ellaanifa bolbolafa ch'ufa keesati d'okhatani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin guddisee waan sodaateef worri Israa'elii akka rakkinna guddaa keessa jiran haga argan baniin godaa fi qoree buura qilee kaloo dhaabaatii fi boolla keessatti dhokatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti haalli keessa jiranu sodaachisaa akka te'ee fi loltooti isaaniille muddama guddaa keessa akka jiranu yennaa dhaggane, godaa fi ciggaa qore'ee keessa, odduu rassa'aa keessa, bowwa'aa fi boolla keessa seenanee dhokatane.