1 Samuel 13:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jennaani inni waan worraani jed'e, Sorio gubani baasanifi sorio wold'ageeti natiini koota, inni sorio gubani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Saa'ool «Ciincaa ciincawuu fi ciincaa fayyumma'aa naa fidaa» jedhee ciincaa ciincawu ka fayyumma'aa ciincesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Saa'ol, «Kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa as gara kiyya fida'a!» jedhee, kennansa gubamu dhikeesse.