1 Samuel 14:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko Yonathani waan namicha kaima ka miha isa ka lola isa jala baatuni jed'e, Me gara olla Filisti suni nu yaasi. Ammo Yonathanini abba isaa Saulo iti inhimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Saa'olii Yoonaataan gaaf tokko nama meeshaa woraanaa isaa baadhatuun, «Gara duula worra Filisxeemii haa dhandhuu» jedheen. Garuu Yoonaataan waan kana abbaa ufiititti hin himne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa tokko ilmi Saa'olii Yonaataan dargaggeessa meya isaa ka woraanaa isaaf ba'atuun, «Koy karaa dhibi'iin gara quttuma Filisxeemotaa deenna» jedhe; garuu inni abbaa ifiititti tana hin hinne.