1 Samuel 14:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo worri Nuti koota jed'e, iti oli korra; sunini akheekha nuu taati aka AABBO Waaqi worra harka keennati kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo isaan ‹Gara keenna koottaa› nuun jedhan Rabbi waan dabarsee isaan nuu kenneef gara isaanii dhandhaa kun malkata nuu haa ta'uu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu isaan, ‹Gara keenna kowa'a› yoo jedhane, Mootiin Waan Maraa isaan harka keennatti dabarsee akka kenne beessisa nu'uuf waan te'uuf, gara isaanii hin dhandha» jedhe.