1 Samuel 14:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri lachu worra Filisti ufi agarsiimnaani worri Filisti waan jed'e, Ilaala? Worri Ebrania, ka qara boola keesati d'okhate, tokooni gadi bauti jira!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lachuu duultota worra Filisxeemiititti mudhatanii «Kunoo worri Ibrootaa qilee itti dhokatan keessaa yaa'aaran!» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan lamaanuu garee loltoota Filisxeemotaatitti mudhatane. Filisxeemotille, «Kunoo, Ibrooti boolla itti dhokatane keessaa bayiissatti jiran» jedhane.