1 Samuel 14:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yonathanifi wahela isaa iti iyyani yaamani waan jed'ani, koota arma gadi, wo isani garisiimna. Yonathanini waan wahela isatini jed'e, Na gulla kooti, AABBO Waaqi ya worra harka Israeliti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duultonni worra Filisxeemii Yoonaata'aa fi namicha meeshaa woraanaa isaa badhatuun, «Gara keenna asi bayaa'a waa isinitti mudhifnaa!» jedhaniin; Yoonaataan namicha meeshaa woraanaa isaa baadhatuun «Rabbi banii kana harka Israa'eliititti dabarsee kenneeraa na faana koottu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltoota Filisxeemotaa keessaa jarri takka, Yonaataanii fi dargaggeessa meya isaa ka woraanaa isaaf ba'atuun, «Waan tokko isinitti mudhinna, gara keenna kowa'a» jedhane. Maarre Yonaataanille dargaggeessa meya isaa ka woraanaa ba'atuun, «Mootiin Waan Maraa harka Israa'elootaatitti dabarsee isaan waan kenneef, na gula koy!» jedhe.