1 Samuel 14:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonathanini kaarra taani harkaafi jilbaani olkore, kaimtichi kaaleni isa gula olkore. Yonathanini Filisti had'e lafa d'abbe namichi kaima kaaleni faana d'ufe fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan harkaa miilaan baye namichi meeshaa waraanaa isaa baadhatulle isa faanaa baye; Yoonaataan worra Filisxeemii dimmaa balaa guddaa isaanitti buuse; namichi meeshaa woraanaa isaa baadhatullee namoota heddu ajjeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yonaataan harkaa fi miilaan ol baye; dargaggeessi meya isaa ka woraanaa isaaf ba'atulle isa gula baye; worri Filisxeemotaa harka Yonaataanii bu'ane; dargaggeessi meya isaa ka woraanaa isaaf ba'atulle isa gula deemaa isaan ijjeese.