1 Samuel 14:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri eeddo Saulo ka Gibea lafa Benjamini keesa jiru worra Filisti ka gara qajeele baqatu wollaale akanumati lafa maru arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duultonni Saa'olii Gibi'aa bulchinsa Biiniyaamiititti riphanii waan ta'e san uduu laala'aaran worra Filisxeemii ka guddisee rom'ee dheessa'aaru argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eeddoti Saa'olii ta lafa Beniyaaminii Giibe'aa keessa jiranu, loltooti Filisxeemotaa asii fi achi akka bittinnowane dhaggane.