1 Samuel 14:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni waan nama isaa ka isa woliini jiruni jed'e, askarti wolti yaama tohad'a, nama keesa injirre laala. Worri tohanani Yonathanifi kaimticha miha isaa ka lola kaani isa jala baatu d'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Saa'ol banii isa woliin jiruun, «Mee wol tooyadha'aatii nu keessaa namoonni hagamii akka deeman laalaa'a» isaaniin jedhe; yoo namoota tooyatan Yoonaataanii fi namichi meeshaa woraanaa isaa baatu isaan woliin hin jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol worra isa woliin jiruun, «Loltoota keenna laakkowa'aatii nu keessaa eentu akka deemee ilaala'a» jedhe; isaan yennaa loltoota laakkowane, Yonaataanii fi dargaggeessi isaa ka meya woraanaa isaaf ba'atu achi hin jiranu.