1 Samuel 14:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Sauloni qaallicha sunini dubbatu, gohaanti olla Filisti keesaa d'uftu haga qarale ira dabarte; duuba Sauloni waan isaani jed'e, Ufira yaala bahi, yoi nu AABBO Waaqa gaafannu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol uduu gadicha woliin qaaqa'aaru ganda worra Filisxeemotaatitti rom'uun guddata'aa deeme; Saa'ol gadichaan, «Amma Rabbiin gaafachu'uuf hennaa hin qabnu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol hayyicha woliin dubbatiisatti adoo jiruu quttuma Filisxeemotaa keessa hogaan ittuma bira dabare; maarre Saa'ol hayyichaan, «Daadimatiisa lakkis!» jedhe.