1 Samuel 14:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni gaafasi mukha okhoku ka Migroni ka d'aatu Gibea, jala qubate. Inni askarti d'ibba jaa geetu qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Saa'ol guddisee uduu Gibi'aa irraa hin fagaanne Megidoonitti muka Roomaanii ka biyya Gibi'a'aa jala taa'e; baniin isa woliin jiran banii haga dhibba jahaati;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol qarqara Giibe'aa addee, «Miigron» jedhantu muka rumaanii tokko jala tee'eeraayyu; loltooti gara dhibba jaa isa woliin jiran.