1 Samuel 14:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka d'ibiini ka qara gaareeni Efraimu keesati d'okhatu, aka worri Filisti baqate d'agaye jennaani worrileeni garagale, lola keesa seene worra Filisti had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Israa'elii ka gaara Efreemiititti dhokatan maruu haga akka worri Filisxeemii dheessan dhagayan isaanillee isaan woraanu'uuf isaan duukaa yaa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti lafa koobittii Efreemii keessa dhokataneeranu marti, Filisxeemoti baqatiisatti akka jiranu dhage'anee, isaan loliisaaf gula deemaa ari'ane.