1 Samuel 14:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lola guyya suni ka Bethaveni dabrani gamale wolhad'ani keesa, AABBO Waaqi worra Israeli baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii gaafas worra Israa'elootaa badii jalaa baase; woraannillee gara Beetawweeniitiin lufe; baniin Saa'oliin woliin ture gara nama kuma kudhanii turan lolli gaara Efreemii keessatti olii gad bittinnaayee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Waan Maraa guyyaa san Israa'eloota qarqaaree, haga qachaa Bet-Aweenii dabaranee lolane.