1 Samuel 14:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
fulla ch'ufa dammati jira, ammo nami tokoleeni inyaanne maro abaarsa Saulo sodaatanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin waan kakatee tureef damma lafatti coccophu san ka fuudhee afaaniin qabe hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gongomaa keessa yennaa seenane dammi sun coccophuun dhaggane; te'uu malee isaan kakuu waan sodaataneef, nami tokkolle damma san afaan ifiitiin hin qanne.