1 Samuel 14:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yonathanini aka abbaani isaa nama abaare ind'ageenne; tanaafi ule harkaa qabu damma keesa kaye nyaate jajabaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan ammo hennaa abbaan isaa banii kassiisu hin dhageenne; ulee harka isaa jirtu qaccee isi'ii dammaan tuqee fuudhee afaaniin qabee jajjabaatee ija banate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataan ammoo abbaan isaa kolbaa akka kakachiise waan hin dhage'iniif, qaccee ulee qabateeruu nadhii damma saniititti cuuphee muxate; ilti isaalle banante.