1 Samuel 14:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi toko waan isaani jed'e, Nu ch'ufa ya beelti laafifte ammo abbe nu seere waan jed'e, Nami arra sagale nyaate ha abaaramu nuni jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu banii keessaa namni tokko, «Abbee adha namni waa afaaniin qabe haa abaaramuu jedhee banii kassiiseera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba loltoota keessaa nami tokko, «Abbaan keeti, ‹Nami guyyaa adhaa sagalee nyaate ka abaarame te'uu ti› jedhee kolbaa kakachiiseera; tanaaf kolbaan marti dadhaddeerti» jedhe.