1 Samuel 14:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonathanini waan jed'e, Wonti hamtuni aabbooni worra keenna tolche kunini maani? Aka anini eegi damma kana nyaad'e jajabaad'e laali.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan, «Abbaan kiyya biyya rakkise; ani damma diqqoo tana afaaniin qabee akka ijji tiyya banamte argaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataan deebisee, «Abbaan kiyya kolbaa teenna rakkiseera. Ani damma kana irraa diqquma waan muxadheef, ilti tiyya attam akka banante ilaala'a!