1 Samuel 14:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallichi woya qaallu ta aka korba hid'atanini deemu Ahiya, ilma oboleesa Ekabodi ka Ahitubu jed'ani, innileeni ilma Finehasi ka ilma Eli qaallu AABBO Waaqa, lafa Shilo keesa. Biyyitileeni aka Yonathani deeme quba inqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleessi Ikaaboodii ilmi Akixoobii, ilmi Finihaasii, ilmi Eeli'ii ka Seelo'otti gadicha Rabbii ta'e Akiyaanillee Efuudii uffatee isa woliin jira; baniin akka Yoonaataan isaan biraa deeme hin beenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbutturoon Elii, akaakoon Fiinehaasii, ilmi Ahiixubii obboleessa Ikaaboodii Ahiiyaan, ka Shiilo'otti hayyicha Mootii Waan Maraa te'eeru, ka woyaa hayyumma'aa ta qomaa uffateeru isaan woliin jiraayyu; Yonaataan akka deemeeru nami tokkolle hin beenne.