1 Samuel 14:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sila worri keenna kunileeni akami jajabaata ato sagale nyaapa ira boojie suni nyaate. Sila ato worri sagale suni nyaate worra Filisti hagasi ira ijeesaniniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
silaa baniin kun uduu waan booji'e keessaa ka afaaniin qabee silaa diintota ufii worra Filisxeemii kana caalaa hin dhayuu?» jedhe deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan waan diinota ifii irraa saante adha adoo nyaattee jiraatte silaa attam irra caalaa dansa'a ree? Filisxeemota keessalle'ee silaa tana caalaa ijjeefamaniiyyu» jedhe.