1 Samuel 14:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Sauloni Waaqa gaafate waan jed'e, Worra Filisti inhaana? Atini worra harka keennati inkennita? Ammo Waaqi guyya suni worraa qonqo womatu indeebifneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol worra Filisxeemii hordofnuu? Worri Israa'elii akka isaan mooyatan gootaa jedhee Rabbiin gaafate; Rabbi ammo gaafas isaa hin deebifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Saa'ol, «Worra Filisxeemotaa gula deemuu? Harka Israa'elootaatitti dabarsitee isaan hin kennitaa?» jedhee Waaqa gaafate; Waaqi ammoo guyyaa san deebii isaaf hin kennine.