1 Samuel 14:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Sauloni worra gugurda biyya dura yauni waan jed'e, Arma koota, ch'ubbu ara tolchani laala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol «Isin bulchoonni bani'ii maruu as koottaa'a; cubbuun kun adha sababaa eennuutiin akka ta'e beekaa arga'alle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Saa'ol, «Isin sooressitooti loltootaa marti as kowa'a! Cubbuu adha hujante qorqorree dhaggina!