1 Samuel 14:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa tokocha jiru, ka Israeli dabsacha kenneeni kakhad'a aka nama wollaala qabu ch'ufa ijeesani, ato inni gurba kiyya Yonathani tahele. Ammo nami tokoleeni woma injenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni cubbuu kana hojjate ilma kiyya Yoonaataallee yoo ta'e hin du'a; akka du'aan adabamu Rabbii jiraataa banii Israa'eliitii mootee kenneen kakadhaa» jedhe; garuu namni deebii isatti deebise hin jiru ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee Israa'eloota hamburee! Nami cubbuu tana huje ilma kiyya Yonaataan te'ulle ijjeefamuu ti!» jedhe. Garuu kolbaa keessaa nami tokkolle deebii hin kennine.