1 Samuel 14:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Sauloni waan jed'e, Naafi ilma kiyya Yonathani garagara baasa, duuba Yonathani wollaala irati argani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol anaa fi ilma kiyya Yoonaata'atti hixaa buusaa» jedhe; hixaanillee Yoonaataa qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol, «Anaa fi ilma kiyya Yonaataaniif hixaa buusa'a» jedhe; hixaan Yonaataan irra bu'e.