1 Samuel 14:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni Yonathanini, maani tate? jed'e gaafate. Jennaani Yonathanini waan jed'eeni, Anini damma diqa toko nyaad'e. Anini kunooti yo feete na ijeesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol Yoonaata'aan «Waan goote natti himi» jedheen; Yoonaataan Saa'oliin «Ulee tiyya ta harkaa qabu tanaan damma diqqoo fuudhee afaaniin qabe kunoo ani amma hin du'aa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Saa'ol Yonaataaniin, «Waan hujje natti himi!» jedhe; Yonaataanille, «Qaccee ulee tiyyaatiin damma diqqaa isaa muxadheera; kunoo, ani amma du'uu qaba!» jedhe.