1 Samuel 14:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi Sauloni hayyu Israeli tahe, inni nyaapa isaa ka fulla ch'ufa jiruni woli had'e worra Moabuti, ka Amoniti, ka Edomuti, hayyoota Sobati, ammalle worra Filisti. Fulla had'efu ch'ufa inni indabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol mootummaa ufii worra Israa'elii irratti hin jabeeffate; diintota naannoo isaa jiru worra Moo'aabii, ijoollee Aamoonii, worra Edomiyaasii, mootota worra Suuba'aa, worra Filisxeemii maraanuu wol lola'aa bakka dhaaqe marattuu mooyata'aa ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol Israa'el irratti mootii te'een duuba diinota adaala ifii: Mo'aabota, Amoonota, Edoomota, mootota Zoba'aatii fi Filisxeemota lole; inni addee dhaqe maratti diinota ifii injifate.