1 Samuel 14:48 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka d'iira had'e worra Amalekile dabsate. Ammalle inni worra Israeli had'iisa nyaapa ch'ufa jalaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
inni nama janna ture; worra Amaaleeqootaa dhayee worra Israa'elii saamtota harkaa oolche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jannuma'aan lolee Amaaleqoota injifatee, Israa'eloota worra isaan saamu jalaa baase.