1 Samuel 14:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Toko gama Mirga gara Mikimashi fuula deefate taa, kaani gama bita Gebati fuula deefate taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaa tokko Maakimaasiin gara kaabaatiin dhaaban; dhagaa lammeesso'oo ammo Gibi'aa cinaa kibbaatiin dhaaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rassaan tokko karaa kaabaatiin Miikmaashi fuula dura, kuun ammoo karaa kibbaatiin Gebaa fuula dura jira.