1 Samuel 14:50 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niiti isaa maqaani Ahinoamu, ta dubra Ahimaasi; guddaani askarti isaa oboleesa isaa Abineri, ka abbaani isaa Neri, oboleesa abba Saulo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan haadha manaa Saa'olii Akinaahoom; isiin mucattii Akimaas uumate; maqaan bulchaa duultota isaa Abaanerii ilma Neerii eessuma Saa'oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan haadha manaa isaa Ahino'aam; isiin intala Ahimaazii ti; maqaan ajajaa loltoota isaa Abneer; inni ilma Neerii obboleessa abbaa Saa'olii ti.