1 Samuel 14:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni haga jiru ch'ufa worra Filistitini wolhad'ani. Tanaafi hojja inni nama jaba yokhaani janna argu ch'ufa askarti ufiiti dara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol bara jireenna isaa maraa worra Filisxeemiitiin lola'aa dabarse; Saa'ol namoota jajjabaa yoo arge coka'aa lolaaf isaan qopheessa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Saa'olii mara Filisxeemota woliin lolli jabaan jiraayyu; Saa'olille nama hunnaamessa yookiin janna yennaa dhagge, fudhatee tajaajilaa ifii godhata.