1 Samuel 14:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yonathanini waan kaimticha kaaniini jed'e, Olla worra aada inqamne, ka gura inuranne, suniti nu yaasa. Hegeri AABBO Waaqi nu qarqaara; yo inni nu qarqaare wonti worra dabsachu nu d'owa injirtu, ato nu nama diqa taanele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataan nama meeshaa woraanaa isaa baadhateeruun, «Koottu gara duultota worra hin gadoomnee dhandhaa Rabbi nu gargaaraa nama hago'oo fi baay'eellee Rabbi fayyisuu hin dadhabuu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yonaataan dargaggeessa meya isaa ka woraanaa isaaf ba'atuun, «Mootiin Waan Maraa nu'uuf hin lola fa te'a, koy gara garee loltoota Filisxeemotaa ta worra haqanqabaa hin qabatinii san gara gamaa buuna. Mootiin Waan Maraa namoota baca'aan yookiin diqqa'aan nu qarqaariisa hin dande'a» jedhe.