1 Samuel 14:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kaimtichi kaani waan jed'eeni, waan feetu tolchi, anileeni si duuba jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi meeshaa woraanaa isaa baate Yoonaata'aan, «Waan barbaadde maraa godhi; anillee onnee kiyya guutu'uun si woliin jiraa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargaggeessi meya isaa ka woraanaa ba'atu sun isaan, «Waan gadhaa keeti keessatti yaadde maraa godhi. Duubatti hin deebi'in. Kunoo, anille akkuma keeti gadhaa tokkochaan si woliin jira» jedhe.