1 Samuel 14:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yonathani waan jed'eeni, Nu taakine worra Filisti ufi agarsiifna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoonaataanillee akkana jedhe, «Nu'u amma gara namootaa ceenee isaanitti mudhanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yonaataan isaan, «Kunoo, koy gara isaanii gamatti buunee, itti mudhanna.