1 Samuel 15:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini waan Sauloni jed'e, Nami AABBO Waaqi si muuditi erge ana, aka atini hayyu worra isaa ka Israeli tatu. Amma tana waan AABBO Waaqi guddaani jed'u ch'aqasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel Saa'oliin, «Rabbi akka ati banii Israa'elii irratti mootii taatuuf haa si muudu'uuf na ergee ati amma waan Rabbi siin jedhu dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el Saa'oliin, «Kolbaa isaa Israa'el irratti mootii akka teetu ani akka si muuduuf, Mootiin Waan Maraa na ergeera; tanaaf ati ergaa Mootii Waan Maraa biraa dhutte caqasi!