1 Samuel 15:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini Sauloti d'ufe jennaani Sauloni isa nagaya fuud'e waan jed'eeni, AABBO Waaqi si eebisinna! Anini dubbi AABBO Waaqa ya gula deeme guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel gara Saa'olii dhaqe; Saa'ol, «Ati nama Rabbi eebbise ta'i; ani ajaja Rabbii raawwadheeraa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el gara Saa'olii yennaa dhufe, Saa'ol isaan, «Mootiin Waan Maraa si eebbisu! Ani ajaja Mootii Waan Maraa muummesseera» jedhe.