1 Samuel 15:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni si erge, Beeni, worra hamama Amaleki suni ch'ufa balleesi haga maqa worraa lafa d'abaniti ch'ufa had'i siini jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra Amaaleqii cubbamtoota sirima balleessi; haga isaan lafa irraa badanitti isaan woraanii ajjeesi jedhee si erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Dhaqiitii, Amaaleqoota cubbaaleyyii san ijjumaa balleessi! Haga isaan ijjumaa badanutti loli› jedhee si ergeeraayyu;