1 Samuel 15:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'e tana, anini worra Amaleki ingaargalcha, waan worri gaafa gochiti Israeli duri lafa Misiriti gad'ufte qarqaaru dideefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin Gooftaa banii maraa hennaa worri Israa'elii biyya Misiriitii bawu waan worri Amaaleqii karaa irratti eega'aa isaan irratti godha'aa ture ani haluu baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ‹Israa'elooti biyya Gibxi'iitii yennaa bayane Amaaleqooti karaa irratti isaan waan mormaneef ani isaan hin adaba.