1 Samuel 15:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini waan jed'eeni. AABBO Waaqi saala fed'a mo waan gubani isaa baasanifi sorio fed'a? Saalfachaani isaa saalfatani gabbinna ilmoole hoola ta isaa sorio baasani kennanifi ira jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel, «Dhugamaan akka dubbii Rabbii dhagawuun nama gammachiisu, Rabbi horii qalamuu fi ciincaa ciincawutti hin gammadaa? kunoo ajajamuun ciincaa; caqasuun, ciincaa korbeessa hoola'aa dhiyeessu'uufii caala;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el deebisee, «Mootiin Waan Maraa nama jecha isaatiif ajajamutti haga gammadu, kennansa gubamuu fi ciincaa dhikaatutti hin gammadaa ree? Kunoo, ajajamiis ciincaa dhikeessanu caala; dhage'iisille korbeessa hoole'ee coomaleessa ciincaa dhikeessanu caala.