1 Samuel 15:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma anini si kad'ad'a ch'ubbu tiyya naa araarami, ammalle Gilgaliti na woliini deebii, aka anini AABBO Waaqale kad'ad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
amma yabo'oo naa dhiisi, akka ani Rabbii sagadu koottuu na woliin deemi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, amma maganne'e cubbuu tiyya naa araaramiitii, Mootii Waan Maraa akka waaqonfadhu na woliin deebi'i» jedhe.