1 Samuel 15:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Samuelini deema garagallaani Sauloni fit'e woya isaa qabe duuba woyaani tarsaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Saamu'eel isa biraa lixe; Saa'ol garuu akka Saamu'eel isa biraa hin deemne; qaccee kaabba'aa qabnaan tarsa'e;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'el deemiisaaf yennaa garagale, Saa'ol qaccee handaara woyaa isaa qabatee, woyaalle tarsaate.