1 Samuel 15:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samuelini waan isani jed'e, Arra AABBO Waaqi yayu hayyuma atini Israeliini fiddu siraa fuud'e, nama sira jiru d'ibii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamu'eel Saa'oliin, «Rabbi adha mootummaa kee ka ati Israa'eliin irraa qabdu biinxee nama sirra woyya'aa ka ollaa keetiitii dabarsee kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saamu'elille, «Mootiin Waan Maraa mootummaa Israa'elii adha si irraa tarsaasee, nama dhibii si caaluuf dabarsee kenneera.